Fana: At a Speed of Life!

Jiilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Galaanitti proojektiiwwan misoomaa daawwate

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Jiilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Galaanitti proojektiiwwan misoomaa daawwateera.

Jilich hojiilee qonna magaalaa fi invastimanti qonnaan bulaa obbo Nagaash Dhaabii gara invastimatitti ce’uun oomisha Bilookeettirratti bobba’anii jiranii daawwateera.

Obbo Nagaash hojii isaanii kanaan namoota 41’f carraa hojii uumuu daawwanichaan ibsameera.

Lalisee Tasfaayeetu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.