Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Dhimma Alaa Gibtsi Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Gibtsii Saamii Shuukrii yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf  Finfinnee galaniiru.

Ministirichi buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee waryita ga’an muudamaan prootokoolii Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Fayisal Aliiy simannaa taasisaniiruufi.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.