Jijjiirramni Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu ijaarsa diinagdee dijiitaalaaf bu’uuradha-Dooktar Fitsuum Asaffaa
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Jijjiirramni Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu ijaarsa diinagdee dijiitaalaaf bu’uura ta’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misooma Dooktar Fitsuum Asaffaan ibsaniiru.
Dooktar Fitsuum jila Saafaariikoomiitti hogganaa Keeniyaa Mikaa’eel Jooseefin durfamu waliin mari’ataniiru.
Marii isaniitin dhiyeenya tajaajila Ityoo teeleekoom Ityoophiyaatti laachuuf qophaa’aa kan jiru Saafaarikoom hojiiwwan Ityoophiyaa keessaatti hojjetuurratti marii taasisaniiru.
Jijjiirrama Ityoophiyaan gaggeessaa jirtus ijaarsa diinagdee dijiitaalaaf bu’uuraadha jechuunis ministirittin ibsaniiru.
Saafarikoom gara Ityoophiyaa dhufuun isaa damee teeleekoomiin faayidaa dhufaa jiru akkasumas carraa hojii uumuurratti marii taasisaniiru.
Anuwaar Abarraa
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.