Fana: At a Speed of Life!

Rakkoo nageenyaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru furuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu qaba – Muusaa Faaqii

Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Rakkoo nageenyaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru hiikuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu akka qabu Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Mahaammat ibsan.
Komishinarichi Walga’ii Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaa gaggeeffamaa jirurratti argamuun hawaasa taasiisaniin dhiibbaa weerarri vaayrasii koroonaa uume dandamachuuf tattaaffii taasiifamaa jiru,Adeemsa raawwii Ajandaa 2063, sochii daldala Bilisaa Afrikaa fi dhimmoota waqtaawaa Afrikaa ilaallaturratti yaada kaasaniiru.
Rakkoo nageenyaa yeroo ammaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru furuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu akka qabu eeraniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.