Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan eegale
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan eegaleera.
Yaa’ichi bakka Ministiroonni biyyoota miseensa gamtichaa fi hoggantoonni dhaabbilee biyyoota adda addaa argamanitti eegaleera.
Yaa’ichi mata duree ‘ijaarsa daandeetti sirna nyaata Afrikaa, misooma humna namaa, misoomaa diinagdee fi hawaasummaa ariifachiisuu’ jedhuun mata duree Gamtaa Afrikaa 2022 qopheesseerratti ni mari’atamaan eegama.
Amajjii 28 fi 29 kan gagggeeffamuu yaa’iin Hoggantoota gamtichaa ajandoota wixinee dhiyaataan irratti ni mari’atuun eegama.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.