Hoggantoota dubartoota giddugaleessaaf kan qophaa’ee leenjiin hoggantumma preezdaantii laatamu eegale
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Hoggantoota dubartoota giddugaleessaaf kan qophaa’ee leenjiin hoggantumma preezdaantii akkadaamii giddugalaa hoggansa Afrikaatti laatamu eegaleera.
Saganticha preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee banuusaanii ragaan waajjira preezdaantiirra argamee ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.