Fana: At a Speed of Life!

Jilli hoggantoota olaanoo Ityoophiyaa Emireetoota Araba Gamtoomaniitti argamu Eksipoo Dubaay 2020 daawwate

Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) –  Jilli hoggantoota olaanoo Ityoophiyaa Emireetoota Araba Gamtoomaniitti dawwaannaa hojii taasiisaa jiru ‘Eksipoo’ Dubaay 2020 daawwateera.

Jilichi iddoolee agarsiisaa Ityoophiyaa fi Emireetoota Araba Gamtoomanii daawwateera.

Iddoon agarsiisaa Eksipoo Ityoophiyaa qophaa’e seenaa, aadaa fi carraa Invastimantii beeksiisuuf tajaajila jedhame.

Eksipoo Dubaay 2020 Ityoophiyaan iddoo argama dhala namaa fi bunaa, iddoo ga’umsa Turizimii, akkasumas biyya Invastimantiif filatamuu ta’uu  beeksisaa jiraachuu ibsameera.

Egarsiifni kun xumuramuuf Baatiwwan 2 qofti kan hafan yoo ta’uu, hanga ammaatti namoonni miiliyoonan lakkawwaaman daawwachuu ibsameera.

Alaazar Taaddaleetu gabaase.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.