Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu sadarkaa hojiin suphaa Masaraa Mootii Abbaa Jifaar irra jiru daawwate

Finfinnee, Amajjii  21, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ityoophiyaa Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu sadarkaa hojiin suphaa Masaraa Mootii Abbaa Jifaar irra jiru daawwateera.

Daawwannicharratti hoggantuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Aadde Sa’aadaa Usmaan fi Itti aanaan Kantiibaa Magaalaa Jimmaa dabalatee, qondaaltonni mootummaa naannoo fi Fedeeraalaa argamuusaanii ragaan Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaarra argame ni muldhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.