Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan jahan darbanitti dhaabbilee misoomaa mootummaarra galiin Birrii biiliyoonni 3.6 argame-Dooktar Girmaa

Finfinnee, Amajjii  21, 2014 (FBC)- Baatiwwan jahan darbanitti dhaabbilee misoomaa mootummaarra galiin Birrii biiliyoonni 3.6  sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaastera Horataalee Dooktar Girmaa Amateen ibsaniiru.

Dooktar Girmaan gabaasa hojii baatiwwan jaha irratti miidiyaaleef ibsa laataniiru.

Kurmaana lamaan darbanitti dhaabbilee misoomaa 6 irraa Birrii Biiliyoona 4.8 argamsiisuuf karoorfamee galiin Birrii Biiliyoona 3.6 argamuu fi raawwiin isaa % 76 ta’uu himuusaanii ragan Waajjira Preezdaantii Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.