Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Galiiwwanii sagantaa badhaasaa fi beekkamtii laachuu gaggeessaa jira

Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii sagantaa badhaasaa fi beekkamtii laachuu addabaabaayii Michummaatti  gaggeessaa jira

Sagantichi mata duree ‘Tajaajilummaan ibsituu keenya’  jedhuun gaggeeffamaa kan jiru.

Saganticharratti itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaaqaa Mokkoonnii fi hoggantoonni olaanoon hojii mootummaa biroon argamaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.