Oladeemtuu Miseensota garee shorokeessaa ABUTiin gareen gudeedamteef manni jireenyaa kenname
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee oladeemtuu Miseensonni garee shorokeessaa ABUTiin gareen gudeedan Ikraam Yaasiniif mana jireenyaa fi Birrii miiliyoonni 1 deeggarsi taasiseef.
Dabalataanis daa’ima abbaan isaa adda waraanaatti jalaa wareegame Biiniyaam Geetaachoo Morodaaf tumsi abbootii qabeenyaa Amaaraa Birrii miiliyoona 1 deeggarsa taasisuu ragaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.