Jilli Dooktar Injinar Nagaash Wageeshaan durfamu godina Oomoo Lixaatti daawwannaa hojii taasise
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Preezdaantii naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshaan durfamu godina Oomoo Lixaatti daawwannaa hojii taasise.
Jilichi giddugala Jamuu wayita ga’u hawaasa naannichaan simannaa ho’aan taasifameerafi.
Jilichi godinichatti proojektoota ijaarsa irraa jiran dawwateera.
Ittaanaa Preezdaantii Dooktar Injinar Nagaash Wageeshaan turtii isaaniitiin bakka bu’oota hawaasa waliin dhimma haala yeroo biyyaa fi naannoorraatti ni mari’atuun eeggama.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.