Sirni eebba gamoo Waajjira Olaanaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Sirni eebba gamoo Waajjira Olaanaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa gaggeeffamaa jira.
Waajjirri olaanaan kun lafa kaareemeetira kuma 13 irratti kan ijaarame yoo ta’u, abbaa Darbii 5 fi biiroowwan 500 ol kan of keessatti qabu ta’uu ibsameera.
Kana malees galmawwan walga’ii, manneen kitaabaa, giddugalawwan qorannoo fi odeeffannoo qindaa’aa ta’e kan of keessatti qabu ta’uu eerameera.
Sirnicharratti Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi Naannolee argamaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.