Mariin biyyoolessaa waltajjii Ityoophiyaa’ummaan irratti jabaachuu qabudha-Obbo Girmaa Seeyfuu
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Mariin biyyoolessaa waltajjii Ityoophiyaa’ummaan irratti jabaachuu qabuudha malee kan itti walqeeqnu ta’uu hin qabu jechuun Namni Siyaasa obbo Girmaa Seeyfuun himaniiru.
Miseensa koree Hoji raawwachiisaa Izeemaa fi Komishinarri Komishinii Investimantii obbo Girmaa Seeyfuu marii biyyoolessaa ilaalchisee yaada laataniin, mariin biyyooleessaa kan inni caalmaan barbaachisuuf Ityoophiyaa fi Ityoophiyaa’ummaan kan itti jaabatuu akkasumas waliigalteerra akka ga’aamuuf hojii hojjetamuuf kan itti barbaachisuudha jedhaniiru.
Kanaan alaatti waltajjii waan hin taaneef itti walqeeqnuu ta’uu hin qabu jedhaniiru.
Akkasumas ajandoota kuma tokkoo itti ilaalluu mitii jechuun ibsuusaanii DHPI gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.