Ityoophiyaanonni Washingitan Diisii fi Kaanaadaarraa gara biyyaa galan Doolaara kuma 30 deeggarsa taasisan
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonni har’a barii Washingitan Diisii fi Kaanaadaarraa gara biyyaa galan lammiilee miidhaan irra ga’eef Doolaara kuma 30 deeggarsa taasisan.
Diyaaspooronni kunneen deeggarsa walitti qabame lakkoofsa herregaa deeggarsaaf banamerratti galii taasisaniiru.
Qonjit Zawideetu gabaase
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.