Fana: At a Speed of Life!

Waraanni Sudaan Ibraahiim Albaadaawii Muummee Ministiraa taasiisuun muuduufi

Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Waraanni Sudaan Ministeera Maallaqaa biyyattii duraanii Ibraahiim Albaadaawii Muummee Ministiraa taasiisuun muuduuf ta’uu ibsameera.
Muummeen Ministiraa biyyattiI Abdallaa Amdook aangoo gadi dhiisuu isaanii hordofee Ibraahiim Albaadaawii Muummee Ministiraa ta’uun iddoo isaanii bu’uuf ta’uu dhaga’ameera.
Maddi:-CGTN
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.