Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Laallibalaatti taasiisuu eegale

Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii biyya keessaan har’a irra deebiin gara Laallibalaatti balallii eegaleera.
Miidhaa gareen shororkeessaa ABUT Buufata Xiyyaaraa Magaalaa Laallibalaarraan geessise hordofee balallii gara sanatti taasiisuu adda kutee ture.
Guyyaa har’aa irra deebiin balallii gara sanatti taasiisuu ifaan eegaluu ragaan Fuula Daandii Qilleensichaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.