Fana: At a Speed of Life!

Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Axaayyee ABUT’tiin miidhaan irra gahee ture hojii baruu fi barsiisuu eegale

Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Manni barumsaa sadarkaa 2ffaan Axaayyee gareen shororkeessitoota Shanee fi  ABUT’tiin miidhaa irra gahee ture hojii baruu fi barsiisuu idilee eegaluu ibsameera.

Suppervaayizarri mana barumsicha obbo Maammuush Sikaafaany, gareen shoroorkeessaa ABUT fi Shanee mana barumsichaarratti miidhaa olaanaa qaqqabsiisuu himaniiru.

Yeroo amma kan miidhaa mana barumsichaarra qaqqabee dandamachiisuuf hojii baruu fi barsiisuu eegaluu himamu ragaan Ministeera Barnootaarra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.