Fana: At a Speed of Life!

Karoora  Diinagdee Maayikroo gurguddoorratti raawwii gaariin galmaa’uu ibsame

Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Bu’uura taaksii haaraa bal’isuu, hanqina baajataa fi  hordoffii proojektiiwwanii dabalatee diinagdee maayikroo gurguddoorratti raawwii gaariin galmaa’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fistum Asaffaa ibsan.

Dooktar Fitsum kana kan ibsan wayita raawwii karoora guyyoota 100 Ministeera Maallaqaa gamagamanitti.

Gamagama ministeericharratti taasifameen gaaffiiwwan garee gamaggamaarraa ka’aniif Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee deebii laataniiru.

Riifoormii diinagdee biyya keessaa fi naannoleen galii biyyaalessaa walitti qabuurratti raawwii gaariin galmaa’uu Dooktar Fitsum ibsuu ragaan Ministeera Pilaanii fi Misoomaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.