Fana: At a Speed of Life!

Koreen biyyaaleessaa sagantaa simannaa imala guddaa gara biyyaa Diyaaspooraa ifoomse

Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Koreen biyyaaleessaa sagantaa simannaa imala guddaa gara biyyaa Diyaaspooraa ifoomseera.
Diyaaspoowwan turtii isaaniin sagantaa gaggeessan keessaa lammiilee sababa waraanaan miidhaaman daawwachuu fi deeggarsa taasiisuun isa olaanaa ta’uu korichi ibseera.
Muddee 20 hanga Amajjii walakkaatti turtii taasiisan keessatti sagantaan baga nagaan dhuftanii, Feestiivaalli garaagaraa, Siimpooziyeemiin, Qillee Laallibaatti, Cuuphaa Goondaritti fi kanneen biroo kan raawwataman ta’uu korichi eereera.
Qonjiit Zawdeetu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.