Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitii Jimmaatti dargaggoota tajaajila tola ooltoota biyyaalessaa kuma 1 fi 700 oliif leenjiin marsaa 3ffaa laatamuu eegale

Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) – Inistiityuutii Teeknooloojii Yuunvarsiitii Jimmaatti dargaggoota tajaajila tola ooltoota biyyaalessaa kuma 1 fi 7 00 oliif leenjiin marsaa 3ffaa laatamuu eegaleera.

Leenjichi guyyoota 45f kan kennamu ta’uu ibsameera.

Sagantaa baniinsa Leenjichaarratti Ministir Deettaan Ministeera Nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa dabalatee hoggantoonni mootummaa biroo argamaniiru.

Rakkoo yeroo ammaa Ityoophiyaa muudate furuu keessatt ga’een dargaggootaa olaanaa ta’uu obbo Taayyeen eeraniiru.

Kana itti fufsiisuuf ammas waloon ni hojjenne jedhan.

Hanga ammaatti dargaggoonni kumni kumni 17 ol leenjii kana fudhachuu ibsaniiru.

Dargaggoonni tokkummaa isaanii cimsuun waliin gara fuulduraatti imaluu akka qaban dhaamaniiru.

Abduurahimaan Mahaammaditu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.