Fana: At a Speed of Life!

Dameen barnootaa gamaaggamaa fi hordoffii cimaa kan barbaachisu ta’uu ibsame

Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Guddina diinagdeef shoora olaanaa kan qabu dameen barnootaa gamaaggamaa fi hordoffii cimaa kan barbaachisu ta’uu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksiise.

Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa gamaaggama raawwii hojii guyyoota 100 dhaabbilee mootumma taasiisaa jiruun karooraa fi hojiilee Ministeera Barnootaa guyyoota 100 gamaaggameera.

Guddina diinagdeef shoora olaanaa kan qabu dameen barnootaa gamaaggamaa fi hordoffii cimaa kan barbaachisu ta’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsaniiru.

Gamaaggamni sirna dhaabbileen ittiin too’ataman keessaa isa olaanaa ta’uu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Pilaanii fi Misoomaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.