Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Goondar deeggarsa qaamolee nageenyaaf taasisuu cimee itti fufuu ibse

Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Goondar deeggarsa qaamolee nageenyaaf taasisuu cimee itti fufuu ibseera.

Yuunvarsiitiichi meeshaalee nyaataa Birrii kuma dhibba 9 fi kuma 72 fi 600tti  tilmamamuu raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Saqooxaa fi godina Goondar Lixaatti argamaniif laateera.

Yuunvarsiitiin Goondar yeroo garaagaraatti oomishaa duultooota walitti qabuu ragaan yuunvarsiiticharra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.