Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa damee loojastiksiin Afrikaarraa Badhaasa jalqabaa argate

Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaan damee loojastiksiin Afrikaarraa badhaasa isa jalqabaa kan ta’e Waldaa Geejjibaa Qilleensaa Idil addunyaarraa argate.
Badhaasichi imala Faarmaasiiyuutiikaalii saffisaa fi bu’aa qabeessa akka qabaatu kan jajjabeessu ta’uu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksiiseera.
Dhiyyeessii gara Braaziil, Shangaay, Johaannisbarg, Paariis, See’ool, Leegoos, Luusaakaa, Beejiing, Hoong Koong , Maanchiisteer, Chigaagoo, fi Finfinneetti taasiifamu caalmaatti fooyyeessuuf kan gargaaru ta’uu Daandiin Qilleensichaa ibseera.
Waraqaa ragaa daraan faayidaa qabeessa kana argachuu keenyaatti baayy’ee gammanneerra jedhan hojii raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa obbo Tawaldee Gabramaariyaam.
Maddi:- TOI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.