Fana: At a Speed of Life!

Saganta tajaajila lammummaatin manneen barnoota Bu’uura Boruu ijaaruuf cimne hojjechaa jirra-Preezdaant Shimallis

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Prezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa saganta tajaajila lammummaatin manneen barnoota oolmaa daa’immaanii Bu’uura Boruu ijaaruuf cimne hojjechaa jirra jedhaniiru.

Preezdaantichi fuula Twiitara isaaniin akka ibsanitti ijaarsa manneen barnoota oolmaa daa’immanii kuma 3 keessaa hanga ammatti kumni 2 fi 431 xumuramaniiru jedhan.

Kanneen hafaan xumuruufis cimnee hojjechaa jirra jedhaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.