Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ahimad Alii naannoo Amaaraatti bulchaa godina Saba Oromoo ta’uun muudaman

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Godina Addaa Saba Oromoo Yaa’ii ariifachiisaa gaggeesseen obbo Ahimad Alii bulchaa godinichaa taasiisuun muudeera.
Obbo Ahimad Aliin bulchaa godinichaa duraanii obbo Ahimad Hasan waliin sirna wal harkaa fuudhinsa aangoo taasiisaniiru.
Manni marichaa muudamoota kaabinee godinichaa biroos mirkaneesseera.
1.Obbo Abduu Indiriis Itti aanaa bulchaa fi itti gaafatmaa waajjira Bulchiinsaaf nageenyaa,
2. Aadde Amiinaat Huseen Itti gaafatamtuu waajjira Galiiwwanii,
3. Obbo Abduu Mahee Umar Itti gaafatamaa waajjira Faayinaansii,
4. Aadde Xayibaa Ahimad itti gaafamtuu Waajjira Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa,
5. Obbo Usmaan Aliyii Itti gaafatamaa waajjira Eeggumsa Fayyaa,
6. Obbo Taarikuu Abdiisaa itti gaafatamaa waajjira Bishaanii,
7. Obbo Sa’iid Abduu itti gaafatamaa waajjira Barnootaa,
8. Aadde Faaxummaa Sayid itti gaafamtuu Waajjira Invastimantii,
9. Obbo Jamaal Indiriis itti gaafatamaa waajjira Lafaa,
10. Obbo Mahaammadi Soobiir Hajii itti gaafatamaa waajjira Siiviil Sarvisii,
11. Obbo Ammee Xaayeer itti gaafatamaa waajjira Aadaa fi Turizimii,
12.Obbo Mahaammad Siraaj Musxafaa itti gaafatamaa waajjira Daandii fi geejjibaa ta’uun muudamuu isaanii AMC gabaaseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.