Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Oordiin Badiriin durfamu Samaraa gale

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin durfamu lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin miidhaman daawwachuu fi deeggaruuf magaalaa Samaraa galeera.
Jilli kun Preezdaant Oordiin Badirii dabalatee Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannichaa obbo Abduujabbaar Mahaammadii fi hoggantoota mootummaa olaanoo naannichaa biroo kan hammate ta’uu ibsameera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Samaraa Sulxaan Alii Amiiraahi Hanfiree ga’u Preezdaantii naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa dabalatee hoggantoota mootummaa naannichaan simatameera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.