Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti kutaalee hawaasa rakkoo wabii nyaataaf saaxilamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 42 taasifame

Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Naannoo Somaalee iddoowwan hongeen itti muudatan kutaalee hawaasa rakkoo wabii nyaataaf saaxilamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 42 taasifameera.

Deeggarsicha sagantaan wabii nyaata bara 2018 hanga 2022tti qonnaan bultoota hongeen midhamaniif kaffaluuf waliigaltee taasifameen karaa Dhaabbalee Inshuraansii, Niyaalaa, Oromiyaa, Madiinii fi Afrikaatiin kaffaltiin raawwateera.

Kaffaltiin inshuraansii Naannoo Somaaleetti dhaabbata Faayinaansii Maayikrootin abbootii warraa aanolee 20 keessaatti argaman kuma 24 fi 966 akka qaqqabuu Biiroon qonnaa naannichaa beeksiseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.