Rakkoo biyya keenya muudate giddu seentummaa tokko malee ofuma keenyaan furachaa jirra – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Rakkoo biyya keenya muudate giddu seentummaa tokko malee ofuma keenyaan furachaa jirra jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.
‘Ani waardiyyaa obboleettii kootiiti, nagaan yaa bu’u, miidhaan dubartootaa fi daa’imanirra ga’u yaa dhaabbatu’ mata duree jedhuun hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT Magaalaa Finfinnee Addabaabayii masqalaatti gaggeeffameera.
Hiriiricharratti kan argaman Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Rakkoo biyya keenya muudate giddu seentummaa tokko malee ofuma keenyaan furachaa jirra jedhan.
Giddu seentummaan yaa dhaabbatu, walitti bu’iinsi yeroo hunda dubartootaa fi daa’imman waan miidhuuf hanga dhumaatti dhaabbachuu qaba jedhan.
Qidisti Tasfaayeetu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.