Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdee Angoolaa galan

Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee turtii isaanii Kootdivoowar xumuruun Angoolaa galaniiru.

Preezdaantiittin turtii isanii Angoolaatin Preezdaantii biyyatti Joo Maanuweel Looreensoo waliin dhimmoota biyyoota lameenii fi naannoorratti akkasumas haala waqtaawaa Ityoophiyaarratti ni mari’atuun eegama.

Angoolaan biyyoota Kibbaa Lixaa Afrikaa keessaa Gamtaa Afrikaa keessaatti biyyoota dhiibbaa uumaan keessaa ishee tokkoodha.

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen turtii isaanii Angoolaan booda gara Gaaboon imaluun preezdaantii biyyatti waliin ni mari’atuun akka eegamuu EBC’n gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.