Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa gara biyyaa dhufaniin ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsan

Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa, dhalattootaa fi michuuwwan biyyattii gara biyyaa dhufaniin ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yeroon kun yeroo ayyaana waggaa ta’uu isaa eeruun, Hawaasni Dippiloomaatotaa Ityoophiyaatti argaman miseensota maatii waliin kabajuuf ba’aa jiraachuu fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.

‘waamicha duula guddaa gara biyyaa galaaf lammiileen Ityoophiyaa biyya alaatti argamtan baga nagaan dhuftan’ jedhaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.