Fana: At a Speed of Life!

Yaadni murtoo muudama miseensota kaadhimaamtoota yaa’ii qulqulleessa heera mootummaa ragga’e

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Yaadni murtoo muudama miseensota kaadhimaamtoota yaa’ii qulqulleessa heera mootummaa raggaasifameera.

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa  guyyaa har’aa walga’ii idilee 3ffaa gaggeessaa jira.

Guyyaan turtii miseensota kanaan duraa Adoolassa 20, 2013 xumuramuu ibsameera.

Muudamni kaadhimamtootaa ga’umsii fi muuxannoon hojii isaanii ilaalamee  guyyaa har’aa dhiyaatan yaada mormii 4,  sagalee hin kennamne 12 fi  sagalee caalmaan raggasifameera.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.