Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonnii fi hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa oomisha maatii duultota adda waraanaa walitti qaban

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni waajjira Caffee Oromiyaa Bulchiinsa Magaala Sabbataa waliin ta’uun oomisha maatii namoota adda waraanaatti duulanii walitti qabuu ibsameera.

Hoggantoonnii fi hojjettoonni waajjirichaa Godina Addaa Naannawaa Finfinnee magaalaa Sabbataa ganda qonnaan bulaa Roggeetti argamuun maatii Milishootaa birmadummaa biyyaaf adda waraanaatti duulanii walitti qabuu ragaan Waajjira Caffee Oromiyaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.