Fana: At a Speed of Life!

Hojjattoonni FBC damee FM Asallaa hojjetoota seektaroota biroo waliin ta’uun oomisha duultootaa walitti qaban

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hojjattoonni FBC damee FM Asallaa hojjettoota waajjiraalee dhimmoota kominikeeshinii mootummaa Godina Arsii,Aanaa xiyyoo fi magaalaa Assala waliin ta’uun oomisha qonnaan bultootaa adda waraanaa duulanii walitti qabaniiru.
Hojjettoonni kunneen aanaa xiyyoo Ganda Doosha bakka duunaa jedhamutti argamuun oomisha sassaabaniiru.
Kaayyoon duulaa kanaa akkuma kanaan dura raayyaa ittisa biyyaatiif deeggarsa garaagaraa gocha turrre ammas maatii milishootaa kana bira jiraachuu ibsuuf oomisha walitti qabaa jirra jedhan dursituu garee waajjira dhimmoota Komikeeshinii Godina Arsii aadde Abarraash Baqalaa.
Mahaammad Gudddataatu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.