Fana: At a Speed of Life!

Artiisti Taammany Bayyanaa fi Dassaleeny Haayluu dhaabbata Gloobaal waliin buqqatootaf deeggarsa taasisan

Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Artiistii fi rogeeyyiin miidiyaa Taammany Bayyanaa fi artiist Dassaleeny Haayluu dhaabbata Gloobaal waliin ta’uun buqqatootaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisaniiru.

Artiistoonni kunneen lammiilee sababa waraanaatin qe’ee fi qabeenyaasiinnarra buqqa’uun Goondarii fi naannichatti argamaniif deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 10tti tilmaamaman taasisaniiru.

Deeggarsi taasifamee kunis maallaqa Ityoophiyaanootaa fi dhalattoota Ityoophiyaa biyya alaa jiraataniirra kan walitti qabameen ta’uu beekameera.

Eliyaas Annimuutitu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.