Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni kutaa magaalaa Qiirqoos oomisha duultota adda waraanaa walitti qaban

Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Hojjettoonnii fi hoggantoonni kutaa magaalaa Qiirqoos Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee magaalaa Sabbataatti argamuun oomisha maatii namoota adda waraanaatti duulanii walitti qabuu ibsame.

Namni hundi wanta danda’uun yoo wal deeggare wanti humna namaatii ol ta’u tokkollee akka hin jiraanne hojii raawwachiisaan kutaa magaalichaa obbo Zaman Dassaalany ibsaniiru.

Deeggarsi kutaan magaalichaa maatii duultota adda waraanaaf taasisu cimee kan itti fufu ta’uu himaniiru.

Hojiin maatii namoota birmadummaa fi nageenya biyyaa eegsisuuf gara adda waraanaatti duulanii akka hin gufanneef hawaasni hundi deeggarsa taasisuufii akka qabu hojjettoonnii fi hoggantoonni kunneen ibsuu ragaan waajjira Seekreteriyaat Preesii Magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.