Fana: At a Speed of Life!

Duulli adda misooma barnootaa injifannoon raawwate-Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee duulli adda misooma Barnootaa injifannoon raawwateera jedhan.

Aadde Adaanach Abeebee fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, barattoonni manneen barnoota sadarkaa 2ffaa, barsiisoonnii fi hawaasni barnootaa kuma 30 ol ta’an  hirmaataniiru jedhan.

Barattoonnii fi barsiisoonni keenyaa fi walumaa galatti hawaasni barnootaa gara hojii baruuf barsiisuutti deebi’aniiru jedhan.

Qaamolee duula kanarratti hirmaataa hundaas galateeffataniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.