Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Baatii, Aqaastaa, Mahaal Saayintii fi Saayint Ajiibaar tajaajila humna elektirikaa argatan

Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) – Magaalaan Baatii, Aqaastaa, Mahaal Saayintii fi Saayint Ajiibaar tajaajila humna elektirikaa argachuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa ibseera.

Buu’uuraalee humna elektirikii sababa garee shororkeessaa ABUTtiin miidhamaan deebisaanii ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu dhaabbatichi ibseera.

Tajaajila Humna Elektirikaa damee Dassee jalatti kan argaman Kamisee, Kombolchaa, Dassee fi magaalaan Caffaa Roobiit tajaajila humna Elektirikaa argachuu isaanii ragaan dhaabbatichaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.