Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen mootummaa garaagaraa Naannoo Afaariitti lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 51 deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Dhaabbileen mootummaa garaagaraa Naannoo Afaariitti lammiilee sababa waraanaan buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 51 taasiisaniiru.

Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa, Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa, Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumrukaa waliin ta’uun deeggarsa kana taasiisuu ibsameera.

Birrii miiliyoona 20 maallaqaa fi Miiliyoona 31 ammoo akaakuun deeggarsa taasiisaniiru.

Balaay Tasfaayeetu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.