Fana: At a Speed of Life!

Gareen shororkeessaa ABUT buufata gogaa Kombolchaa barbadeessuu ibsame

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)-Gareen shororkeessaa ABUT tarminaalaa buufata gogaa Kombolchaatti argamuu guutumaa guutuun barbadeessuu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Lookistikii Ityoophiyaa beeksiseera

Gareen kun buufaticha keessaatti koonteyinaroota 251 qabeenya maamiltoota qabatan hatuun ibsameera.

Akka EBC’n gabaaseetti gareen shororkeessaa ABUT kana dura buufaticharratti kan danda’ee saamuun kan hafaan ammoo barbadeesseera jedhame.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.