Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafeen Hospitaala Birrii Miiliyoona 83 oliin ijaarrame eebbisiisan

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Hospitaala Birrii miiliyoona 83 oliin Godina Siitii aanaa Shiiliileetti ijaarrame eebbisiisuun bananiiru.
Hospitaalli Shiiliilee jiraattoota aanaalee 5 kuma dhibba 2 fi kuma 50f tajaajila laachuu kan danda’u ta’uu Miidiyaan naannichaa gabaaseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.