Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Raamaafoosaan waltajjii dimookiraasii Ameerikaan qopheessiteerratti akka hin hirmaanne ibsame

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaan waltajjii dimookiraasii Ameerikaan qopheessiteerratti akka hin hirmaanne ibsameera.

Preezdaantichi waltajjicharratti sababa hin hirmaanneef hin beekamnee jedhameera.

Waltajjii Dimookaraasii Ameerikaan qopheessiteerratti Chaayinaa fi Raashiyaa dabalatee Zimbaabuwee fi Ityoophiyaan akka hin affeeramnee fi hirmaannee beekameera.

Kana duraas Paakistaan waltajjicharratti akka hirmaattuu affeeramtuus akka hin hirmaannee ibsuun ishee ni yaadatama.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.