Ityoophiyaan hariiroo biyyoota ollaa waliin qabdu cimsuuf dursa laattee hojjechaa jirti- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo biyyoota ollaa waliin qabdu cimsuuf dursa laattee hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Guyyaa har’aa hoggantoota biyyoota Jibuutii, Keeniyaa, Yuugandaa, Soomaaliyaa, Eeritiriyaa fi Suudan Kibbaa waliin gama bilbilaan marii taasisuu ibsaniiru.
Biyyoota kanneen waliin dhimmoota gam-lamee fi naannawaarratti waliin hojjechuu kan itti fufan ta’uu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.
Naannoo Keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.