Magaalaa Naqamtee invastarootaaf hawwataa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Magaalaa Naqamtee invastarootaaf hawwataa taasisuuf hojjetamaa jira.
Magaalichatti qopheessummaa Yuunvarsiitii Wallaggaatin mariin mata duree ‘hawaas diinagdee Magaalaa Naqamtee guddisuun Magaalicha invastarootaaf hawwataa taasisuu qabna’ jedhuun qaamolee garaagaraa waliin gaggeeffameera.
Marichaanis diizayini marfata Magaalichaa, diizaayinii Muuziyemii Wallaggaa fi Kitaaba Seenaa magaalaa Naqamtee ibsuu danda’uu qorannoon deeggarame Gargaaraa proofeseera Yuunvarsiitii Wallaggaan kan ta’an Dooktar Dassaaleny Wiirtuu barraa’ee guyyaa har’a eebbifameera.
Itti aanaan Kantiibaan Magaalaa Naqamtee Obbo Baahiruu Eebbaa saganticharratti haasa taasisaniin, hojiin magaalicha misoomsuu akka milkaa’uuf qaamoleen dhimmi ilaallatuu hindi shooraa isaanii akka ba’aatan himaniiru.
Efreem Malkaamuutu gabaase
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.