Kabajni guyyaa sabaa fi sablammoota uummattoota Ityoophiyaa magaalaa Dirree Dawaatti kabajamuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)-Kabajni guyyaa sabaa fi sablammoota uummattoota Ityoophiyaa magaalaa Dirree Dawaatti kabajamuu eegaleera.
Ayyaanichi mata duree ‘Duulaa tokkummaa sabdaneessaa’ jedhuun kabajamaa jira.
Ayyaanicharratti bakka buutoonni kutaa biyyaatti garagaraarra uffata aadaatin faayamanii agarsiisaa adda addaa agarsiisaa jiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.