Hoggantoonni hojii mootummaa bulchiinsa magaalaa Roobee raayyaa ittisa biyyaatti makamuuf murteessan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Hoggantoonni hojii mootummaa bulchiinsa magaalaa Roobee duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf waamicha Muummee Ministiraa Abiy Ahimad fudhachuun raayyaa ittisa biyyaatti makamuuf murteessaniiru.
Kantiibaa magaalichaa Obbo Nigaatuu Mootummaa dabalatee hoggantoonni sadarkaa sadarkaan jiranfi raayyaa ittsa biyyaatti makamuuf murteessuun isaanii ibsameera.
Lalisee Tasfaayeetu gabaase
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.