Fana: At a Speed of Life!

Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa sosochii Ni Ga’aatti makaman

Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Weebiin sosochii Ni Ga’aatti makamaniiru.
Waang Weebiin sosochichatti makamuu isaanii Fuula Tiwiitarii isaaniin beeksiisaniiru.
‘Maqaa Diimookiraasiin yakki meeqa raawwatameera’ jechuun ibsaniiru.
Kolonii maqaa Diimookiraasiin harka wayyaa jalaan raawwatamaa jiru mormaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.