Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonnii fi dargaggoonni magaalaa Hawaasaa  ni ga’a jechuun sagalee isaanii dhageessiisan

Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Hoggantoonni mootummaa olaanoo fi dargaggoonni magaalaa Hawaasaa  ni ga’a jechuun sagalee isaanii dhageessiisaniiru.

Giddu seentummaan biyyoota lixa ni ga’a, dhiibbaan isaanii dhaabbachuu qaba jechuun sagalee isaanii dhageessiisaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun isaanii kaka’umsa itti uumuu himaniiru.

Hanga humni isaanii danda’e Muummee Ministiraa cinaa kan dhaabbatan ta’uu murannoo qaban agarsiisaniiru.

Humnoonni alaa Ityoophiyaarratti dhiibbaa uumuuf socho’aa jiran harka isaanii sassaabbachuu akka qaban gaafataniiru.

Birihaanuu Bagaashawutu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.