Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan qabsoo ummattoota gurraachaa gaggeessaa jirti jedhame

Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan qabsoo ummattoota gurraachaa gaggeessaa jiraachuu leellisaan Paan Afrikaa fi ogeessi seenaa Zimbaabuwee Maapooongaa Jaashuu’aan ibsan.

Biyyoonnj lixaa Ityoophiyaa dhiibbaa fi fedhii isaanii jala galchuuf shira hedduu xaxanis rakkoo hunda dandamachuun darbuu dandeesseerti jedhan.

Biyyoonni lixaa ammas Afrikaarraati waraana banuu Maapooongaa Jaashuu’aan ibsaniiru.

Lolli amma gaggeeffamaa jiru Ityoophiyaa waliin qofa osoo hin taanee guutuu Afrikaa waliini jedhan.

Afrikaanoonni tokkummaan dhaabbachuun shira biyyoota lixaa kana qolachuu akka qaban hubachiisaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.