Beenishaanguul Gumuuzitti tarkaanfii fudhatameen humnoonni farreen nageenyaa barbada’aan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti tarkaanfii fudhatameen humnoonni farreen nageenyaa naannicha keessaa socho’aa turan barbada’aaniiru.
Miseensoonni qaamoleen nageenyaa tarkaanfii waloon fudhataniin humnoonni farreen nageenyaa naannicha keessaa socho’aa turan barbada’aaniiru.
Ajajaa olaanaan kutaa waraanaa 22ffaa Koloneel Saayfuu Ingii akka ibsanitti, humnoonni badii ABUT fi Shanee meeshalee waraanaa hidhataan rasaasni kilaashii kumni 1 fi 262, boombiin 8, kilaashiin 8, fanjii farraa konkolaataa 3, raadiyoo qunnamsiistuu, Rasaasni bireenii 4, zinnaarrii bireenii 1 fi Paawundiin Sudaan 900 fi kanneen biroon booji’amuu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaarra argamee ni muul’dhisa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.